statement
Boundary changes at various times, the war fought between Ethiopia and Somalia, and the resettlement of returnees after 1991 worsened the long-standing conflict in Moyyaalee.
A statement by Barruu Yaadaa. Statements are as reported by the cited publishers — not verified by DecisionGateway.
Jijjiiramoonni daangaa yeroo garaagaraa keessatti raawwataman, waraanni #Itoophiyaa fi #Somaaliyaa gidduutti geggeeffame, baqattoota bara 1991 booda deebisanii qubachiisuun, akkasumas jijjiiramni caasaa bulchiinsaa waldhabdee yeroo dheeraaf #Moyyaalee keessatti ture akkamitti akka hammeessan ibsa.